Dr. Fedhiko DVM

Dr. Fedhiko DVM Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr. Fedhiko DVM, Veterinarian, Finfinnee, Addis Ababa.

Faayidaa Cidhaan Re'ee, hoolaa fi sangaa(Health benefit of Testicle)********************************Namoonni baay'een be...
07/01/2023

Faayidaa Cidhaan Re'ee, hoolaa fi sangaa(Health benefit of Testicle)
********************************
Namoonni baay'een beeyiladoonni yeroo qalaman cidhaan isaanii ni gatu, Muraasni garuu Ibidda irratti waaddanii nyaatuu.

Cidhaan beeyiladaa uumamaan Hormooni dhiirotaa "Testestrone" jedhamu baay'inaan of keessaa qabaa. Hormooni kun faayidaalee akka:-
~Qaama saala dhiiraa dhaabuu(penile er****on)
~Spermii qulqullinna qabu oomishuu fi
~Wal hormaata qulqullinna qabuuf faayidaa olaanaa qabaa.

Akkasumas Pirootinii coomaa hin taane(non fat protien) fi elementoota fayyaa qaama keenyaf barbaachisan kan akka:-Iron, zinc, magnisium, phosphorus waan of keessa qabuuf, keessatti fi warra furdina hirdhisuu barbaadaniif akka nyaatan ni gorfamaa.

Kanaafuu Cidhaan beeyiladaa nyaata hin gatinaa Yaa sabaa 😋 Warri single garuu ani keessa hin jiruu 🙆🙅
🙏🙏🙏

Beeyiladoonni qaama maatiiti (a part of family), Kanaafuu eegumsaa fi kunuunsa maatii keenyaaf goonu hundaa Beeyiladoota...
03/01/2023

Beeyiladoonni qaama maatiiti (a part of family), Kanaafuu eegumsaa fi kunuunsa maatii keenyaaf goonu hundaa Beeyiladootafis haa goonu!!

Beeyiladoota kunuunsuun namummaa barbaachisaa😥

Happy New you all 2023❤💚❤
31/12/2022

Happy New you all 2023❤💚❤

‘Adeeroon keenya waan Rabbi kenneef hunda nuuf kenneera'  ================================‘‘Adeeroon keenya keenya waan ...
08/11/2022

‘Adeeroon keenya waan Rabbi kenneef hunda nuuf kenneera'
================================
‘‘Adeeroon keenya keenya waan Rabbi kenneef hunda nuuf kenneera’’
Artist Aliin ‘‘jireenyasaa guutuu nama kaayyoof jiraatee darbedha. Haata'u malee, jireenyasaa guutuu ummatasaa jaalatuuf malee ofiif hedduu hin jiraanne’’ 😥
You might be gone away from our sights but never from our hearts💔 Rest in power😭

24/03/2022
Sababa roobni dhabamuu fi hongeetiin horsiisee bultoonni keenya baay'ee miidhamuu fi loowwan hedduu akka dhaban ni beeka...
24/03/2022

Sababa roobni dhabamuu fi hongeetiin horsiisee bultoonni keenya baay'ee miidhamuu fi loowwan hedduu akka dhaban ni beekama. Amma garuu akkasitti waaqni rooba isaa kenneefii, Loowwanis dheebuu bahaa jiruu🙏
Kana arguu caalaa wanti nama gammachiisuu hin jiruu. 🙏

Dubbisaa***************************************Mootii tokkotu biyya(Hawaasa) tokko bulchaa ture. Mootiin kun hojjattoota...
20/03/2022

Dubbisaa
***************************************
Mootii tokkotu biyya(Hawaasa) tokko bulchaa ture. Mootiin kun hojjattoota hedduu fi Saroota ciccimoo 10 qaba ture. Saroonni isaa kunniin kan leenjifaman adabbii hojjattoota mootichaa badii hojjatan ciranii nyaatuu. Mootiin kun hojjattoonni isaa baddii tokkoyyuu dogoggoran yoo baleessan adabbiidhaaf saroota kanatti darbatamanii akka nyaataman godha.

Hojiin kun baay'ee kan isa gaddisiise hojjataan mootichaa guyyaa tokko aariidhaa "Yaa mootii hojiin keessan kun dogoggoraa" jechuudhan itti dubbatee. Yaadi hojjaticha itti hin tolle waan ta'ee Hojjataan kun sarootatti darbatamee akka nyaatamu mootichi ajaja dabarsan.

Achi booda hojjatichi, "Yaa Mootii koo waggaa kudhaniif amanamummaadhan isin tajaajilaa tureera, Isin garuu dogoggora guyyaa tokkoof saroota kanatti na darbachuuf murteessitan😥 haa ta'u garuu, Maaloo dabalataan guyyaa 10 qofa naaf kennaa" jechuun gaafate. Mootichis tole jedheen.

Guyyoota 10 qabu kana keessatti gara eegdotaa fi namoota saroota san kunuunsanii deemuun akkas jechuun gaafata: "Guyyota 10 dhufaniif saroota kana anatu kunuunsaa naa hayyamaa" jedheen erga hayyamsiisee booda guyyoota hafaniif, saroota sanaaf soorata isaanii kennuufi, mana isaanii qulqulleessuu fi Saroota miicuu/dhiquu itti fufe. Guyyooni isaaf kenname erga xumuree booda gara mana mooticha deebi'e yaa mooti guyyoota naaf kennitan xumureen jiraa, amma ajaja keessan dabarsuu ni dandeechu jedheeni haaluma kanaan gara mana sooraata sanitti darbatame.😕 Garuu wanti ta'e baayyee nama dinqisiisaa, Saroonni haala hin baratamneen nama itti darbatame wal harkaa fuudhanii nyaachuu dhiisanii miira gammachuun namicha itti darbatame eegee raasaa arraabuu fi waliin taphachuu eegalan.

Mootichi baay'ee nahee Saroonni koo maal ta'an jechuu gaafate? Hojjatichi isaa akkas jechuun deebiseef: "Ani saroota kana guyyoota 10n qofaafin tajaajilee isaan tasuma oolmaa koo hin irraanfannee, Ati garuu waggaa 10f si tajaajilee dogoggora koo jalqabaatiif oolmaa koo hundaa irraanfattee"jedheen. Mootichis baay'ee ofitti gadduun hojjataa isaa kana dhiifama gaafatee umrii isaa bilisaa ta'e bira akka tajaajiluuf hayyameef.

Maxxansi kun Namoota dogoggora guyyaa tokkootiif Oolmaa namoota naannoo keessan jiranii zeeroodhan warra baay'istaniif haa ta'uu 🙏🙏

Proper use of veterinary drugs:In order to keep livestock healthy it is very important to observe strict adherence to re...
03/03/2022

Proper use of veterinary drugs:

In order to keep livestock healthy it is very important to observe strict adherence to recommended treatment, the highest percentage of which should be done by a trained veterinary personnel and a few can be done by experienced farmers.

Vaccines are active or inactivated disease organisms used to boost immunity of the livestock from specific diseases. They have played a major role in eradicating some of the most dangerous diseases both in man and livestock such as smallpox in man and Rinderpest in animals.

Application of vaccines is a cheap way of protecting your whole flock against devastating diseases, such as Newcaste disease, which cannot be treated and can kill all the chicken in an entire village.

Another example of a deadly disease which can kill all your goats and half of your sheep is Goat Plague or Pest of small ruminants (PPR); there is no treatment against PPR but it can be prevented by vaccination.

Keeping up to date on which vaccinations are important for success of livestock in your area is a very important management tool.

Vaccines need to be kept constantly chilled in a fridge or frozen (depending on manufacturers instructions), as they deteriorate rapidly and loose efficacy within hours when exposed to warm temperature.

New, so called 'thermostable', vaccines are becoming available, which are more resistant to warm temperatures and can be kept for days (sometimes weeks) without cooling or freezing.

Once a vaccine vial has been opened the whole contents should be used quickly. Unused vaccine remaining in the open vial cannot be kept for later use.

It is advisable for several farmers to team up and have their animals vaccinated together on the same day. In this way they will share the costs for buying the vaccine, make full use of the vaccine vial contents and the vaccination becomes cheaper.

Vaccines should be handled and administered by trained veterinary personnel. Most often you will have to rely on the local veterinarian for vaccinating your animals. Chicken vaccination by eye-drop against Newcastle disease can be administered by trained farmers.

Veterinary drugs contain substances, which are potentially toxic and harmful to humans. After giving a drug to an animal these substances remain in the animals' body for some time until they have been completely excreted.

While these toxic substances remain in the body they can be found in the muscle (meat) and also in the udder (milk). A person consuming meat or milk from an animal that still has drug substances in its body will ingest harmful and toxic substances.

To prevent this from happening drug manufacturers provide a withdrawal period for each drug. The withdrawal period is the time until all toxic and harmful substances have been cleared from the body (incl. from meat and milk) of the treated animal.

If more than one injection has been given the withdrawal period begins after the last treatment. Before the withdrawal period is over, milk from the treated animal must not be consumed and the animal can also not be slaughtered for meat. For meat the withdrawal period may be longer than for milk.

The dosage for a drug provided by the manufacturer ensures that the amount of the drug in the body of the treated animal is high enough to kill all bacteria or parasites causing disease.

Because drugs spread to all parts of the body large heavy animals need more of the drug than light small animals. When administering less than the recommended dose the strength of the drug inside the body is low and kills none or only some of the bacteria/parasites.

This is called underdosing - giving too little of the drug. The result of underdosing is either no cure, or an incomplete cure where the animal first improves but then relapses. To make matters worse, the remaining bacteria/parasites learn.
Dr Fami

It Need serious Attention😥
15/02/2022

It Need serious Attention😥

: Providing more than $39 million in Humanitarian Assistance to Respond to Drought in Ethiopia

In response to the devastating drought, the U.S. Agency for International Development (USAID) is providing more than $39 million in additional humanitarian aid to meet the needs of people in Ethiopia, where more than 6.2 million drought affected people are estimated to need urgent food assistance in 2022. USAID is working to scale up its assistance across the Horn of Africa, including in Ethiopia, to respond to the driest conditions in four decades.

In southern and southeastern Ethiopia, the impacts of the drought are already visible with reports of diminishing pasture lands, significant crop losses, severe water shortages, and livestock deaths. Through USAID partner the UN World Food Program, this additional support will provide 1.6 million drought-affected Ethiopians and refugees with food assistance, including school meals, as well as emergency nutrition for children and pregnant and lactating women. This builds on USAID’s ongoing assistance in drought-affected parts of the country, including the provision of food assistance to 3.4 million people and emergency nutrition to 300,000 children, as well as support for safe drinking water, sanitation, and hygiene, health care, and livelihoods.

The United States is the single largest donor of humanitarian assistance to Ethiopia and has a longstanding commitment to the Ethiopian people. Since the beginning of Fiscal Year 2021, the U.S. has provided more than $1 billion in humanitarian assistance to respond to needs throughout the country resulting from conflict, drought, and other crises, including $402 million from USAID to provide lifesaving assistance in drought-affected parts of the country. The United States continues to invest in our important partnership with the Government of Ethiopia at the federal, regional, and local levels. We call on other donors to join us in scaling up their assistance to respond to the dire needs caused by the drought.
https://www.usaid.gov/news-information/press-releases/feb-14-2022-usaid-providing-more-39-million-humanitarian-assistance-respond

Photo: Addis Standard

Karoorri kee ganamaa fi Galmi kee galgalaa yeroo wal hankaaku 🙆 😕
13/02/2022

Karoorri kee ganamaa fi Galmi kee galgalaa yeroo wal hankaaku 🙆
😕

Ajandaa Dursaa / Urgent ❗❗❓❓Booranni Loon isaa malee hin bareeduu !!**********************************Akkuma beekkamu bi...
17/10/2021

Ajandaa Dursaa / Urgent ❗❗❓❓
Booranni Loon isaa malee hin bareeduu !!
**********************************

Akkuma beekkamu biyyi keenya qabeenya Beeyiladaatiin Afrikaa irraa dursaarratti argamtii. Qabeenya waaqni nu badhaase kana kunuunsinee itti fayyadamuuf immoo cimina nu barbaachisaa.

Qabeenya guddaa waaqni nu badhaase fi Madda galii ummata biyya keenya parsantii 85% ta'e kana immoo kunuunsuu dhabuu fi xiyyeeffannoon gama mootummaatiin itti kennamu gadi bu'aa ta'uu irraa kan ka'e yeroodha gara yeroo saffisa guddaadhan of harkaa dhabaa kan jirruu fi namoonni maddi galii isaanii beeyiladoota irratti hundaa'e Hiyyummaa keessatti kufuun yaaddoo cimaa ta'aa dhufeera. Fakkeenya Ummata Booranaa fi qabeenya Loowwan isaa kan ammaan tana dhumaa jiranii fudhachuu ni dandeenyaa.

Sanyiin Loowwan Booranaa(Boran Breed) kan jedhaman gosoota sanyii loowwanii keessaa akka Addunyaatti, Aannan fi foon isanii filatamaa akka ta'an Saayinsiin ammayyaa ragaa baheefii jiraa.

Egaa warqeen harka irraa qaban dhagaa namatti fakkaata akkuma jedhamu, Xiyyeeffannoo Mootummaa dhabuu irraa kan ka'e yeroo ammaa kana Sababa Hongee cimaa Loowwan Boorana dhumaa jiruu.
➻Akkuma ilmi namaa mirga nyaataa fi dhugaatii gahaa argachuu qabu, Beeyiladoonnis Mirga nyaataa fi Dhugaatii gahaa argachuu ni qabu.
➻Dhimmi Loowwan booranaa furmaata hatattamaa barbaadaa❓ Namoonni dhuunfaa, Dhaabbilee gargaarsaa fi qaamni mootummaa akka dubbii jabduutti fudhattanii gama hundaan gargaarsa godhaa jirtan hedduu galatooma🙏 Cimee itti fufuu qabaa.

➻"Nuyi waliin dhaadannaa wal malee maal qabnaa"
➻"Fayyaan beeyiladaa Fayyaa Hawaasaatiif"
Ogeessa Fayyaa Beeyiladaa
Dr. Fedhiko Tolasa irraa
GALATOOMAA 🙏🙏

17/10/2021

Jirra jirtuu hordoftoota paga koof, Ummata , sababa hojiitif yeroo murtaa'ef toora irraa badeen turee. Amma bifa haara fi hubannoo haaraan gara tooraatti deebinee jirraa✌ Nu hordofaa 🙏🙏

06/09/2021
03/09/2021
💊   (AMR) 💊 threatens to cause a new pandemic where   are no longer effective against infectious diseases.  threatens gl...
03/08/2021

💊 (AMR) 💊 threatens to cause a new pandemic where are no longer effective against infectious diseases.
threatens global health 🌍 🌎 🌏, and so antimicrobials must be used prudently and responsibly.

Dhukkuba Bichee (Epizootic lymphangitis) ,   ************************************Dhukkubni bichee gosa fangasii Histopla...
01/08/2021

Dhukkuba Bichee (Epizootic lymphangitis)
,
************************************
Dhukkubni bichee gosa fangasii Histoplasma capsulatum var farciminosum jedhamuun kan daddarbuu fi dhukkuba fardaa isa hamaadha. Dhukkubni kun biyya keenya keessatti baay'inaan babal'atee kan jiruu fi keessattuu Fardeen hojjatanii naannoo magaalatti baay'inaan ni mul'ata.

Tuttuqaa fardeenii, karaa meeshaalee nyaataa fi Koorichaa, Tittisa, Silmiii fi kkf kunniin karaa ittii dhibeen kun farda faalamaa irra gara fayyaatti ittiin daddarbu keessaa muraasadha.
➻Fangasiin kun yoo xiqqaa ji'a tokkoof meeshaalee irraa fi awwaara keessa, akkasumas ji'a lamaa oliif bishaan qulqullina hin qabne keessa jiraachuu ni danda'aa.
➻Fangasiin kun kan daddarbu fi qaama fardaa kan seenu karaa qaama irra jiruuni.

Mallattoolee dhukkubichaa:-
1. Madaa xixiqqoo fi jiddu galeessa naannoo: Fuulaa, bobaa, laphee, miilaa afraniifi qaama fardaa irra faca'ee argamaa.
2. Dadhabii fi darbee darbee ukaa(qufaasisuu)

Dhukkubni kun darbee darbee qorichoota akka Sodium iodide(Iv), potasium iodide(oral) fi Amphotericin B jedhamaniin kan yaalamu yoo ta'u, Gutumaanguututti garaa yaalli dhibee kanaa ammatti hin argamne.

Ittisa ( Control & prevention):-

➻ Qulqullinna naannoo, iddoo bulmaata(mooraa) fardaa, nyaataa bishaan gahaa, Meeshaalee gaarii sirreessuu, yaala/hordoffii yeroo yeroo fi qaama fardaa irratti akka hin argamne fi kkf
➻ Ogeessota fayyaa beeyiladaa naannoo keessanii irraa hubannoo yeroo yeroon argachuu fi gaafachuu.
➻ Yaala hatattamaa (early treatment)
➻ Fardeen dhukkubichaan qabaman dhabamsiisuu. Kana jechuun fardeen dhukkubichaan qabaman carraan fayyuu isaanii xiqqaa fi carraan fardeen hafan nu jalaa faaluu bal'aa qabu waan ta'eef karaa of eeggannoo qabuun ajjeessuu fi fageessanii gatuu(awwaaluu).

Kana gochuun fayyaa farda keessanii fi tatamsa'ina dhibee kanaa hir'isuun Fayyaa beeyiladoota keessanii eegaa.
"Fayyaan beeyiladaa Fayyaa hawaasaaf"
🙏🙏🙏🙏

Hirmaannaa Dubartootaa guddina biyya tokkoof baay'ee murteessaadhaa.So, we need to empower women in every sector✌
25/07/2021

Hirmaannaa Dubartootaa guddina biyya tokkoof baay'ee murteessaadhaa.
So, we need to empower women in every sector✌

Qualities of Veterinary Doctors: 1.Compassion:Veterinary Doctor must be compassionate when working with animals and thei...
25/07/2021

Qualities of Veterinary Doctors:

1.Compassion:

Veterinary Doctor must be compassionate when working with animals and their owners. They must treat animals with kindness and respect, and must be sensitive when dealing with the owners of sick pets.

2.Decision-Making Skills:

Veterinary Doctor must decide the correct method for treating the injuries and illnesses of animals. Deciding to euthanize a sick animal, for instance, can be difficult.

3.Interpersonal Skills:

Strong communication skills are essential for veterinary Doctor, who must be able to discuss their recommendations and explain treatment options to animal owners and give instructions to their staff.

4.Management Skills:

Management skills are important for veterinary Doctor who are in charge of running private clinics or laboratories, or directing teams of technicians or inspectors.

In these settings, they are responsible for providing direction, delegating work, and overseeing daily operations.

5.Manual Dexterity:

Manual dexterity is important for veterinary Doctor because he must control his hand movements and be precise when treating injuries and performing surgery.

6.Problem-Solving Skills:

Veterinary Doctor need strong problem-solving skills because he must figure out what is ailing animals. Those who test animals to determine the effects of drug therapies also need excellent diagnostic skills.

Adurreen yeroo wal qunnamtii saalaa raawwattu maalif iyyitii??...🙋*****************************************Namoonni baay...
19/06/2021

Adurreen yeroo wal qunnamtii saalaa raawwattu maalif iyyitii??...🙋
*****************************************
Namoonni baay'een mana keessaa adurree ni qabaatu, Adurreen immoo yeroo Wal qunnamtii saalaa raawwattu amaloota akka iyyuu, mana irra fiiganii naannoo jeequu fi nagaa nama dhoowwachuu qabu. Kuni maalif ta'e kan jedhuuf deebiin isaa:-😊

Qaamni saalaa(pen*s) Adurree adalaa(tomcat) irra uumamaan wanta akka qoree wayii kan qaama saalaa irra dhadhaabbatee jiruu fi qaamni saalaa(pen*s) Adurree adalaa(tomcat) yeroo gara qaama saalaa Adurree dhaltuu seenu kan 'ee rakkoo malee seenuu fi yeroo fedhii isaa xumuratee baasu immoo wanti akka qoree sun vaaginaa adurree baay'ee moccooruun baay'ee waan dhukkubsuuf, Akka malee Iyyuu, wal ciniinuu fi fiigichaan safara jeequ.

➻ Qaamni saalaa Adurree adalaa(tomcat) qoree akkanaa kan qabaate waa malee miti, uumamni waan hundaa bareechee uume waan ta'eef. Wal Hormaanni adurree(Ovulation cycle) itti fufuuf sun baay'ee barbaachisaa. Keessattuu Adurree dhaltuun qabdu qaama saalaa(Vagina) keessa moccoramtu malee Marsaan hormaataa(Ovulation cycle) itti hin dhufuu. Haalli kun immoo wal hormaanni Adurree akka itti fufu godhaa jechuudha.

Ana kan naa galuu didee Kan namoota wal iyyisiisanii tokko tokkoodha😒 Kophaatti qoree irraa qabu ta'ee🙄🙊

"Fayyaan beeyiladaa fayyaa hawaasaatiif"
🙏🙏🙏

Dhukkuba Mucha Saawwaa(Mastitis in Cows)  **************************************👉 Muchi saawwaa maaliif duudaa?👉Aannan s...
19/06/2021

Dhukkuba Mucha Saawwaa(Mastitis in Cows)

**************************************
👉 Muchi saawwaa maaliif duudaa?
👉Aannan saawwa keenya irraa argannu maaf hir'ata?
👉Bifni fi qulqullinni aannanii maaf jijjiiramaa???????

Dhibeen Mucha saawwaa baakiteeriyaa kanneen akka:- Staphylococcus, Streptococcus, E.coli, Mycoplasma, Clostridium fi kanneen birootin kan daddarbu yoo ta'uu mallattoowwan akka:-
➻Aannan dhiigan wal makaa qabu mucha sa'aa keessaa yaa'uu
➻ Malaa(Pus)
➻ Bifni aannanii jijjiiramuu
➻ Wantoonni ciccitaan akka itittuu fakkaatan aannan keessatti mul'achuu fi kkfdha.

Dhibeen kun gosa lama kan qabuu fi isaanis:-

1. Clinical Mastitis:- Mallattooleen akka Muchi saawwaa dhiita'uu, jabaachuu, diddiimachuu, dhukkubbii muchaa akkasumas bifni aannanii jijjiiramuu Saawwa irratti yeroo mul'atuudha.

2. Sub-Clininical Mastitis:- Gosti dhibee mucha saawwaa kun ammoo, Mallattooleen armaan olitti ibsame kunniin kan hin mul'annee fi garuu ammoo hamma aannan saawwa keenyarraa argachuu mallu hedduu kan hir'isuufii, dhibee daran hamaa jedhamuun beekama.

Wantoonni dhibee muchaa saawwaa fidan keessaa muraasni:-
➻ Iddoon saawwi ooltu/bultuu fi akkasumas qulqullinni naannoo dhabamuu.
➻ Miidhamuu yookin madaa'uu muchaa
➻ Akka tasaa muchi saawwaa cituu
➻ Yeroo barsiifneen ala Elmuu(irregular milking)
➻ Yeroo elminu aannan keessaa xumurree elmuu dhabuu
➻ Yeroo elminu mucha irraan miidhaa gahuu
➻qilleensa hoo'aa fi kkf dha...

Kanaafuu Wantoota dhibee kana fidan irraa saawwa keenya tiksuu akkasumas mucha isaanii yeroo yeroon miiccuu fi mallattoo armaan olii kana yoo irratti argitan gara kiliinika Fayyaa beeyiladaa naannoo keessan jiru deemuun ogeessan yaalchisuu.

Aannan qulqullinna qabu dhuguuf Saawwa keenya haa kunuunsinuu
"Fayyaan beeyiladaa fayyaa hawaasaatiif"
🙏🙏🙏🙏

Benefits Of Having A Pet At Home*****************************➻Pets make great friends.  ➻They let you make new friends. ...
19/06/2021

Benefits Of Having A Pet At Home
*****************************
➻Pets make great friends.
➻They let you make new friends.
➻Pets boost your mood.
➻Pets inculcate educational values.
➻They help you remain fit and healthy.
➻Pets help you exercise.
➻Pets help reduce anxiety and stress.
➻They help lower blood pressure.


ያለ Feed safety, Food safety የማይታሰብ ነው።
19/06/2021

ያለ Feed safety, Food safety የማይታሰብ ነው።

13/06/2021


In working to improve how we reinforce   efforts, we identified three key areas that need focus:🦇  Building a multisecto...
13/06/2021

In working to improve how we reinforce efforts, we identified three key areas that need focus:

🦇 Building a multisectoral approach to wildlife health management
☣️ Strengthening capacity in emergency preparedness & management
🔬 Calling for sustainable investments in laboratories

Rabbi haa milkeessuu  😊
12/06/2021

Rabbi haa milkeessuu 😊

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Telephone

+251911686412

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Fedhiko DVM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dr. Fedhiko DVM:

Share

Category