18/11/2021
Ergamaan Rabbii ﷺ Nii Jedhan Du,aa yadachu Hedumeyssa du'aa Yadachuuheddumeyssun
Akeeraa Isiin Yaadachistti Jedhan ﷺ
Kalifaan Ergamaa Rabbii ﷺ Inni (4)n Aliyyi Ibn Abii Xaalib) Gaf Takka Qabrri Ziyaaruf Sahaabota Ergamaa Rabbii Waliin Deeman
Yeroo Qabrii Birra Dhaqan kaliifaan Ergamaa Rabbi ﷺ (Aliyyii Ibin Abi Xaalib رضي الله عنه Warra qabrritiin Akka Jedhee Yaa Warra Qabrii Kanaa Nuti Ergaa isin Duutanii Nubiraa Demttanii Qabenya kessannifi Warraafii Ilmmaan kessan kan Namnni Dhaale Argiinee
Mee isin hoo Maal Argiitaan Jedhee Gaafate 😭 Aliyyi Haa Gafatu Malee Deebii hin Arganee
Ergga Deebii Dhabee Gara Sahaabotaa Gara Galee Akkas Jedhan Jarrii Amma owwatuu Mirgga Dhaban Kunii otu Dubchu Dandahanii Akkan Jedhani Nugorssanii Jedheen Waan Akeeraarti Gaalaa Yokan Sinqqi isiinif Ta'u Qopheffadha Jedhanii Nugorssuu Jedhee Gara Mana isa Debii'e
Obollewwan koo Guyyaan Harra Dabdrre Boruu hin Debi'u Garuu Rabbiin Sikonddi Sa'aati irra Nugaafachuuf Taa'aa Kanaf Harra Guyyan ilmmi Nama YAA Sheena Koo Osso Biyyee Taa'ee Maal Qaba 😭 Jadhuu Nutti Hin Dhufnnen Duratti Haa Qophofnnuu Yaa Ilmaan Aadam
Rabbiin {SBW} Suuratul Aala Imraan Keessati Akkas Jedhe
كُلُّ نَفْسٍ ذَائِقَةُ الْمَوْتِ وَإِنَّمَا تُوَفَّوْنَ أُجُورَكُمْ يَوْمَ الْقِيَامَة
فَمَنْ زُحْزِحَ عَنِ النَّارِ وَأُدْخِلَ الْجَنَّةَ فَقَدْ فَازَ وَمَا الْحَيَاةُ الدُّنْيَاإِلَّا مَتَاعُ الْغُرُورِ
Marti Lubbuutu Dhandhamtu Du'aati Kan Hin Guuttamtan Mindaalee Keessan Guyyaa Qiyaamaati Namni fageeffame Ibdda irra Dhugaa Milkaahe Jiruun Duniyaa Waa hin Taane Meeshaa Daguu Malee
الْلَّهُم صَلِّي عَلَى سَيِّدِنَا مُحَمَّد وَعَلَى الِه وَصَحْبِه وَسَلِّم❤
By abu yaasir jimma 😢